Malachi 3:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Worri suni worra kiyya taha, guyya anini wo tolchu. Ani worraa naha, akuma abbaani ilma isaa ka isaa hojatuu nahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Isaan kiyya ta'an; guyyaa ani hojjadhu isaan kiyya ta'an; akkuma maatiin ijoollee ufiitii garaa laafu anillee akkasuma worra naa ajajamanii garaa laafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Guyyaa ani murteeffadhe sanitti isaan qabeenna kiyya ka addaa hin te'an; akkuma worri ijoollee isaaniif tajaajiltu mararfatu akkasuma anille isaan mararfadha.