Malachi 3:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nama d'ugaafi ka d'ara, ka Waaqaa hojatufi ka inhojannele, gargari beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hennaa san garaa garummaa nama qajeela'aatii fi nama cubbama'aa, nama Rabbii ajajamuu fi hin ajajamne jidduu jiru ammallee deebitanii argitan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa sanitti isin garaagarummaa worra balcha'aa fi worra hamaa odduu jirtu, garaagarummaa worra Waaqa tajaajiluu fi hin tajaajille odduu jirtulle hin dhaggitan» jedha.