Malachi 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo guyya inni d'ufu eentu dandae obsa? Ammalle yo inni mullatu, eentu dandae dura eja? Inni ibida wo basse qulqulleese saabuna woya t'uri iraa baase qulqulleesu fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammo inni akka meeshaa sibiilaan bassanii ibiddaa fi akka saamunaa uffataan miicanii waan ta'eef namni guyyaa inni dhufu jabaatee dhaabatuu danda'uu fi guyyaa inni mudhatu ka isa afoo dhaabatuu danda'u eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo guyyaa dhufa isaatitti eentu ossuu dande'a? Yennaa inni mudhatu eentu isa dura dhaabbatuu dande'a? Inni akka ibidda sibiila baqisiisuu ti; akka saamunaa woyaa ittiin borcanuu ti.