Malachi 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba wonti worri Yudatifi ka Yerusalemu AABBO Waaqaa baasu isa gammachiifti, aka wonti duri isaa baasani isa gammachiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan baniin Yihuuda'aatii fi baniin Yerusaalemii dhiyeessan akka barootaa fi woggoota lufaniititti ka Rabbiin gammachiisu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ciincaan Yihuda'aatii fi ciincaan Yerusaalemii akka baroota dabaranee, akka woggoota durii sanitti Mootii Waan Maraa duratti fudhatama hin qabaata.