Malachi 4:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani, worra maqa kiyya sodaatu, d'ugaani tiyya aka adu isaniti ifsite, kayyoni isii isani jireesiti. Duuba aka yabbiye d'oqoba keesaa banani buraat'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra maqaa kiyya kabajjitaniif ammo aduu balchumma'aatitu baya; isin fayyisa; akka waatiyyoo gollo'oo gad hiikaniititti burraaxxan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worra maqaa kiyya sodaattanuuf ammoo aduun balchummaa isiniif fidduu fi ta koolli isi'ii fayyinna ifi keessaa qabu isiniif hin baati; isin akka waatolee gooree keessaa gad baatee hin burraaxxan.