Malachi 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guyya anini wo tolchu, isani worra ch'ubbuu dabsattani ira ejaanjattani d'uke tolchitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan ani waan kana godhu worri hammeeyyiin kophee miila keessanii jalatti akka daara'aatitti dhidhiitaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin yennaa san worra hamoota san irra hin sirbitan; guyyaa ani waan kana godhu san faana teessan jalatti daadhaa hin te'an.