Mark 1:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Yesuus bisaan keessaa bayeen, ol-gubbaan saaqantee, Ayyaanni Woyyichi saphaliisa fakkaatee dhufee isa irra bu'uun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Yesoni bisaani keesaa baheeni, inni gubba banamte, Lubbu bifa sabaliisa qabdu, ta isa gubba buutu, arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Yesus bisaan keessaa ba'een, gubbaan Waaqaa banamtee, Hafuura qulqulloo bifa sabaliisaa qabu, ka isa gubbaa bu'uu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Inni bisaan keessaa bayeen samiin banamee Ayyaanni handarii fakkaatee yoo irratti bu'u arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Inni bisaan keessaa bayeen samiin banamtee, Ayyaanni handarii fakkaatee yoo irratti bu'u arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti Yesus bishaan keessaa akkuma bayeen, samiin yoo banamuu fi Hafuurri Qulqulluun fakkeenna bifa handari'iitiin, isa irratti yoo bu'u ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Yesuus bisaan keessaa bayeen, ol-gubbaan saaqantee, Ayyaanni Woyyichi saphaliisa fakkaatee dhufee isa irra bu'uun dhagge.