Mark 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ol-gubbaa irraa, “Ati ilma kiyya ka ani jaaladhu; ani si'itti gammadeera” qoonqoon jettu dhage'ante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni gubba baate waan jette, Atini Ilma kiyya tokocha, ka guddo na gammachiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoon Waaqaa gubbaa, “Atin ilma kiyya tokkocha, ka guddoo na gammachiisu” jettu dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samii irraa laagaan, «Ilmi jaaladhu si'i, Ani sitti gammada» jedhu dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Samii irraa laagaan, «Ilmi jaaladhu si'i, An sitti gammada» jedhu dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti, «Ati Ilma kiyya ka ani jaaladhuu fi ka si'itti gammadu» qooniqqi jedhu, sami'ii ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubbaa irraa, «Ati Ilma kiyya ka ani jaaladhu; ani si'itti gammadeera» qoonqoon jettu dhage'ante.