Mark 1:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san Ayyaanni Waaqaa aka Yesuus gara lafa goomolle'ee dhaqu tolche.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Lubbuuni diidati isa baafte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Hafuurii Qulqulloon gammoojjiitti isa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san Ayyaanni gara lafa udume'ee isa baase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoma san Ayyaanni gara lafa udume'ee isa baase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti Hafuurri Waaqaa Yesusiin gara lafa gammoojji'ii, ni fideen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san Ayyaanni Waaqaa akka Yesuus gara lafa goomole'ee dhaqu tolche.