Mark 1:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannisiin cuuphaan gara mana hidha'aa dabarfamee kennameen duuba, Yesuus gara Galiila'aa dhufee, Oduu Gammadaa ta Waaqa irraa dhutte lallabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Yohana qabani, Yesoni Galilaya d'aqe, Odu Dansa ta gara Waaqaati d'ufte odeese,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii Yoh. aannis qaban, Yesus Galiilaa dhaqee, oduu dansaa gara Waaqaatii dhufte himee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Yohaannis dabarfamee kennameen maayii Yesuus, «Barri dhume; Jeennanni Rabbii dhiyaateera; aagii galaa'a; Dubbii Nagayaatittillee amanaa'a.» jedha'aa Dubbii Nagayaa ka jeennata Rabbii lallaba'aa gara Galiila'aa dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis dabarfamee haga kennameen maayii, Yesuus, «Barri dhume. Jeennanni Rabbii dhiyaateera; aagii galaa'a Oduu Nagayaatittillee amanaa'a.» jedha'aa Oduu Nagayaa ka jeennata Rabbii lallaba'aa gara Galiila'aa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis qabamee gara mana hidha'aa eega aseeneen duubatti, Yesus Wongeelaa Waaqaa lallaba'aa gara Galiila'aa ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannisiin cuuphaan gara mana hidha'aa dabarfamee kennameen duuba, Yesuus gara Galiila'aa dhufee, Oduu Gammadaa ta Waaqa irraa dhutte lallabe.