Mark 1:15 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni, “Barri muummayeera, mootummaan waaqaa dhi'aatteerti, cubbuu irraa deebi'aatii Oduu Gammadaatitti dhugeeffadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Hojjaani yayu geete, Finni Waaqa la d'iaate, daba iraa deebia, Odu Dansa d'ugefad'a jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo'ii yaayyuu ga'ee, Mootummaan Waaqaa la dhi'aattee, cubbuu irraa deebi'aa, oduu dansaa tana dhugeeffadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoo barsiisu'llee, «Barri raawwatamee jira, Mootummaan Waaqaa dhiyaattee jirrttiitii gara Waaqaa deebi'aa! Wongeelatti'llee amanaa!» jedha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Barri muummaweera, mootummaan waaqaa dhikaatteerti, cubbuu irraa deebi'aatii Oduu Gammadaatitti dhugeeffadha'a!» jedhe.