Mark 1:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Ana faana kowa'a! Ani guurtuu namaa isin tolcha” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Na gula koota, anini guurtu nama isani tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Na gula koottaa, anin guurtuu namaa isan tolchaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Na faanaa koottaa worra nama wolitti qabu akka taatan isin taasisaa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, ‹ «Na faanaa koottaa worra nama wolitti qabu akka taatan isin taasisa» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Koota'aatii ana horddofaa! Akkuma qurxummii qabddan mara, namoota'llee akka wolitti naaf qabddan isin ni taasisa!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Ana faana kowa'a! Ani guurtuu namaa isin tolcha» jedhe.