Mark 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus haga diqqoo ideemee, ilmaan Zabdeewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis, hoboloo ifii keessatti caccoota ifii mimiidhaffatanuun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diqo deemnaani, inni Yakobo ilma Zebedayotiifi Yohana oboleesa isaa arge. Worri hobolo keesati t'urura qurt'umi mid'aafachu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Diqqoo deemnaan, innii Yaaqobii ilma Zabdewositii fi Yoh. aannis obbooleessa isaa arge. Warrii hoboloo keessatti xuruuraa qurxummii midhaafachuutti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma diqqoo achi siiqeen ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin yabala irratti uduu isaan siiboo midhaaffatan argee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma diqqoo achi siiqeen, ilmaan Zabdiwoosii Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin yabala irratti uduu isaan siiboo midhaaffatan argee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achi biraa'llee muraasa akkuma dabrraniin, kaanniin obboleeyyan lamaan ni arge, isaan'llee ijoollee Zebdiwoosii Yaaqoobii fi Yohaanisiin turan, isaan'llee hoboloo irra ta'anii tabbaarrii isaanii, ni supphan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus haga diqqoo ideemee, ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis, hoboloo ifii keessatti caccoota ifii mimmidhaffatanuun dhagge.