Mark 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kitaaba Isaayaasii raagichaa keessatti, “Kunoo, Ani ergamaa kiyya ka karaa si'iif qopheessu si'iin dura erga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini akuma raagi Isayani duri t'aafe jirti: Kuno, anini ergattu tiyya si dura erga, aka kara sii mid'aasitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kitaaba keessatti, “Ilaal anin ergamaa kiyya si dura ergaa, akka karaa sii midhaassuu” jetti. Kitaaba raaga Isaayas keessatti ammoo,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kitaaba raatticha Isaayyaasii keessatti, «Ani ergamaa kiyya ka karaa sii qopheessu si afo'otti erga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kitaaba raatticha Isaayyaasii keessatti, «Ani ergamaa kiyya ka karaa sii qopheessu si afo'otti erga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nabiyyicha Isaayyaasiin, «Kunoo, karaa kee ka haru, ergamaa kiyya si'iin duranatti durssee ni erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kitaaba Isaayaasii raagichaa keessatti, «Kunoo, Ani ergamaa kiyya ka karaa si'iif qopheessu si'iin dura erga.