Mark 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni akkuma dhaggeen isaan waame; isaanille abbaa ifii Zabdeewoos hojjattoota woliin hoboloo keessatti lakkisanee Yesuus faana deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma argeeni yaame, duuba abbaafi hojattu isaani hobolo keesati lakisani isa gula yaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akkuma argeen yaamee, duuba abbaa fi hojjattu isaanii hoboloo keessatti lakkisanii isa gula yaa'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san isaan waame; isaanillee abbaa isaanii Zabdewoosiin hojjattoota woliin yabala irratti dhiisanii isa faanaa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoma san isaan waame. Isaanillee abbaa isaanii Zabdiyoosiin, hojjattoota woliin yabala irratti dhiisanii isa faanaa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus bakkumatti isaan ni waame, isaan'llee abbaa isaanii Zabdewoosin hojjattootaan woliin hoboloo irratti dhiisaniinii, Yesusiin ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma dhaggeen isaan waame; isaanille abbaa ifii Zabdewoos hojjattoota woliin hoboloo keessatti lakkisanee Yesuus faana deemane.