Mark 1:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san namichi ayyaana hama'aan qabameeru tokko Mana Waaqeffannaa Yihudootaa seenee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni nami toko ka jinni qabu Mana Waaqa suni keesa seene
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii jinnii qabuu tokko ka mana Waldeennaa sun keessa jiru iyyee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mana sagada Yihuudotaa keessatti nama ayyaanni battiin dhayeeru tokkotu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa sanillee Mana sagada Yihuudotaa keessatti nama ayyaanni battiin dhayeeru tokkotu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri battiin ka irra bule namichi bakka woligayii isaanii ture tokko, akkana jechu'uun ni iyye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san namichi ayyaana hama'aan qabameeru tokko Mana Waaqonfannaa Yihudootaa seenee,