Mark 1:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Yesuusii nama Naaziretii, haajaa maan nu woliin qadda? Nu balleessiisaaaf dhuttee? Ani ebeluu keeti hin beeka; ati Woyyicha Waaqaa ti!” jedhe iyye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
iye waan jed'e, Atini maani nura qabda, Yeso Nazareti? Nu balleesu d'ufte? Anini si beekha, atini Qulqullo Waaqaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yesus Naazreet atin maan nurraa qabda? Nu balleessuu dhuftee? Anin si beekaa, atin Qulqulloo Waaqaati” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Yesuusii Naazireetii si woliin maal qabna? Nu balleessu'uuf dhuftee? Eennuun akka taate si beeka, ati Woyyicha Rabbiiti» jedhee iyye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Yesuusii Naazireetii si woliin maal qabna? Nu balleessu'uuf dhuftee? Eennuun akka taate si beeka, ati Woyyicha Rabbiiti» jedhee iyye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Yesusii Naazireetii, ati nu'uun woliin dhimma maal qabdda? Nu balleessu'uuf dhufitte moo? Ati eennuun akka taate ani ni beeka, ati Qulqulluu Waaqaati!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yesuusii nama Naaziretii, haajaa maan nu woliin qadda? Nu balleessiisaaf dhuttee? Ani ebeluu teeti hin beeka; ati Woyyicha Waaqaa ti!» jedhe iyye.