Mark 1:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaan hamaan sun namicha gajassisee, qoonqoo guddo'oon iyyee keessaa baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinniini taani isa hargufte, lalabde, iyite baate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jinniin taan namicha harguftee, lallabdee, iyyitee keessaa baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni battiin dhidhiitachiisee laagaa gudda'aan iyyee isa keessaa baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni battiin dhidhiitachiisee laagaa gudda'aan iyyee isa keessaa baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri battiin'llee namicha kuffisee eega dhidhiitachiiseen duubatti, qoonqqa ol aana'aan iyya'aa isa keessaa ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni hamaan sun namicha gajassiisee, qoonqoo guddo'oon iyyee keessaa baye.