Mark 1:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gurri isaa adoo hin turin lafa Galiila'aa duudii keessatti addee maratti dhage'ame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu gurri isaa arda lafa Galilaya ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. ruma tokkoon gurrii isaa ardaa lafa Galiilaa cufa gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurri isaallee yoosuu biyya Galiila'aa maraa keessatti dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gurri isaallee yoosuu biyya Galiila'aa maraa keessatti dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakkumatti, gurroon Yesusii biyyoota naannaya Galiila'aa jiran mara keessattuu, ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gurri isaa adoo hin turin lafa Galiila'aa duudii keessatti addee maratti dhage'ame.