Mark 1:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Mana Waaqeffannaa Yihudootaatii akkuma bayeen, Yaaqoobii fi Yohaannis woliin mana Simooniitii fi Indiryaasii dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Waaqa keesaa bahani, jennaani Yakobofi Yohana woliini, mana Simonifi Andarea d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana Waldeennaa keessaa ba'ee jennaan, Yaaqobii fi Yoh. aannis waliin, mana Simoonii fi Indriiyaas dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san mana sagada Yihuudotaatii bayee Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin gara mana Simoonii fi Indiriyaasii seene.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yomasan Mana sagada Yihuudotaatii bayee, Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin gara mana Simoonii fi Indiriyaasii seene.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroma sanitti Yesus bakka wolgayii isaaniitii bayee, Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin, gara mana Simoonii fi Indriyaasii ni aseene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Mana Waaqonfannaa Yihudootaatii akkuma bayeen, Yaaqoobii fi Yohaannis woliin mana Simooniitii fi Indiryaasii dhaqe.