Mark 1:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Lafa goomole'ee keessatti nami tokko, ‘Karaa Gootta'aa qopheessa'a; daandii inni irra ideemu qajeelcha'a!’ jedhaa iyya” jedhantee akkuma barreeffante,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni nama lafa alooti iyu waan jettu: Kara Aabbo kurfeesa, daandi isaa qajeelcha!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Qoonqootti lafa gammoojjii keessaa iyyaa dhaqaa dhageeffdhaa, ‘Karaa Aabboo kurfeessaa, daandii isaa qajeelchaa!’ wantii jedhaa la barreeffamte.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa udume'ee keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a. Daandii inni irra deemullee qajeelchaa'a› jedha'aa laagaa namicha iyyu tokkoo» jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lafa udume'ee keessatti, ‹Karaa Goofta'aallee qopheessaa'a. Daandii inni irra deemullee qajeelchaa jedha'aa laagaa namicha iyyu tokkoo› » jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, ‹karaa Goofta'aa qopheessaa, xurree'llee sirreessaa!› jedha'aa, bakka gammoojji'ii titti qoonqqa ol fudhatee nama dubbatu» jedhamee, akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa goomole'ee keessatti nami tokko, ‹Karaa Gootta'aa qopheessa'a; daandii inni irra ideemu qajeelcha'a!› jedhaa iyya» jedhantee akkuma barreeffante.