Mark 1:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yenna inni achi gewu haat-sodda'aa ta Simoonii dhukkuba nafa o'isuun dhibantee irkatteetti; yoosuma dhibee isi'ii tana isatti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaartiini soda Petro, qanno fuute ch'iifti, akuma Yesoni achiini baheeni iti himani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaartiin soddaa Simoonii, qandhoo fuutee ciifti, akkuma Yesus achiin ba'een itti himan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soddaatiin Simoonii dhibee haxaxxe'eetiin dhibamtee ciiftee turte. Yoosuu waan isi'ii itti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Soddaatiin Simooniillee dhibee haxaxxe'eetiin dhibamtee ciiftee turte. Yoosuu waan isi'ii itti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana keessa'llee soddaatiin Simoonii dhukkuba oo'iinssa qaamaatiin dhukkubisattee ciifttee jirtti ture, waayee dukkubbisata isii'llee bakkumatti Yesusitti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni achi gewu haat-sodda'aa ta Simoonii dhukkuba nafa o'isuun dhibantee irkatteerti; yoosuma dhibee isi'ii tana isatti himane.