Mark 1:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Galgala san aduun seenteen duuba, worra dhibamanee fi worra durriisotaan qabamane maraa gara isaa fidane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani, nama fayya inqamneefi ka jinni qabu ch'ufa isatiini d'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan nama fayyaa hinqamnee fi ka jinnii qabu cufa isattiin dhufan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun dhiite worra dhibamanii fi worra jinniin keessa jiru maraa gara isaa fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa aduun dhiite worra dhibamanii fi worra jinniin keessa jiru maraa gara isaa fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Aduun aseenittee yeroo dhiiyetti'llee namoonni dhukkubisattootaa fi worra jinni'iin qabaman mara qabatanii, gara Yesusii ni fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galgala san aduun seenteen duuba, worra dhibamanee fi worra durriisotaan qabamane maraa gara isaa fidane.