Mark 1:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa isa dhaggane, “Namooti martinuu si barbaadiisatti jiran” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isa arginaani waan jed'aniini, Nami ch'uftumaani si barbaaduu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
isa arginaan, “Namii cuftii si barbaaduu jira” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isa argan, «Maruu si soqa'aaran» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa isa argan, «Maruu si soqa'aaran» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo isa argatanitti'llee, «Namoonni marrinuu si barbaadan» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa isa dhaggane, «Namooti martinuu si barbaadiisatti jiran» jedhaneen.