Mark 1:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, Yesuus lafa Galiila'aa maraa keessa deddeemee, manoottan waaqeffannaa Yihudootaa keessatti lallabee, durriisotalle baase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni lafa Galilaya ch'ufa keesa dedeeme, maneeni Waaqa iti kad'atani keesati hasae, jinni nama keesaa yaase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii lafa Galiilaa cufa keessa dedeemee, Manneen Waldeennaa keessatti haasa'ee, jinnii nama keessaa yaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana sagada Yihuudotaatitti lallaba'aa, jinniillee baasa'aa biyya Galiila'aa keessa naannaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana sagada Yihuudotaatitti lallaba'aa, jinniillee baasa'aa biyya Galiila'aa keessa deeddeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf bakka woligayii isaanii titti barsiisa'aatii fi jinniiwwan'llee baasa'aa, Galiilaa mara keessa ni naanaya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, Yesuus lafa Galiila'aa maraa keessa deddeemee, manoota waaqonfannaa Yihudootaa keessatti lallabee, durriisotalle baase.