Mark 1:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaf gaddee harka diriirfatee isa qabee, “Hin fedha, fayyi!” isaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni naheefi, harka d'eerefate, isa qabate waan jed'e, Imfed'a, fayyi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus na'eefii, harka dheereffatee, isa qabatee, “Infedhaa fayyi” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee garaa laafeefii harka ufii hiixatee qaqqabeenii «Fedhii kiyyaa fayyi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee gaddeefiit, «Harka ufii hiixatee qaqqabeeniiti hin fedhaa fayyi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee garaa laafeefiiti harka isaa hiixatee qaqaba'aanii, «Eeyyamee jiraa fayyi!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaf gaddee harka diriirfatee isa qabee, «Hin fedha, fayyi!» isaan jedhe.