Mark 1:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san dhukkubi goga'aa farrisiisaan namicha lakkisee, namichi fayye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu qomaat'aani isa iraa bade, inni fayye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achumaatti qomaaxaan irraa baddee, namichii fayyee qulqullaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma inni dubbateen dhibeen sun isa dhiise; namichillee hin fayye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma inni dubbateen, dhibeen sun isa dhiise, namichillee hin fayye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi'llee bakkumatti waashayinna irraa ni fayye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san dhukkubi goga'aa farrisiisaan namicha lakkisee, namichi fayye.