Mark 1:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duba Yesuus namichaan,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni aka jaba isa gorse, ufi biraa deemsise,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus akka jabaa isa gorsee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii Yesuus namichaan «Eennuttillee waa tokko akka hin dubbanne uf eegi. Deemi ammo gadichatti uf mudhisi; isaaniifillee akka ragaa ta'u fayyuu keetiif waan Muuseen ajaje dhiyeessi» jedhee jabeessee isa seeree geegesseen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii Yesuus namichaan «Eennuttillee waa tokko akka hin dubbanne uf eegi. Haata'uu ammoo deemii gadichatti uf mudhisi isaaniifillee ragaa akka ta'u fayyuu keetiif waan Muuseen ajaje dhiyeessi» jedhee jabeessee isa seeree geegesseen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee namicha ciminnaan ufi eeggachiiseenii ni geegesseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus namichaan,
Recommended Reading