Mark 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni, “Ka ana caalu na duubaan dhufaara; ani gad jedhee hidhaa kophee isaalle hiiku'uuf nama te'uu moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni odeese waan jed'e, Eegi tiyya, ka nara jiruti d'ufa, ka seemsa kobe isaa anini gajed'e hiikhu himmalini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Eegii tiyya, nama narra jiruutti dhufa, ka seemsaa kophee isaallee anin gajedhee hiikuu hinmalin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana jedhee lallabe. «Ka ana caalaa hunna qabu, ka miseensa kophee isaa gad jedhee hiikuun naan hin malle tokko na duubaan dhufa'aara.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana jedhee lallabe. Ka ana caalaa hunna qabu, ka miseensa kophee isaa gad jedhee hiikuun naan hin malle tokko na duubaan dhufa'aara.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee ni jedha ture, «Hidhaanuma kophee isaatuu gadi jedhee hiiku'uuf gonkumaa ka hin dandeenne, ka ana haalaan caalu ana duubaan ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Ka na caalu na duubaan dhufaara; ani gad jedhee hidhaa kophee isaalle hiiku'uuf nama te'uu moti.