Mark 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eegi san adoo hin turin Yesuus, qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu dhufee, laga Yordaanosiititti harka Yohaannisiititti cuuphame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni Yesoni Nazareti ta lafa Galilaya jirtu bahe, Yordani d'aqe, aka Yohanani isa batisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bara sun Yesus Naazireet lafa Galiilaa keessaa dhufee, Yoh. aannis galaana Yordaanos keessatti isa cuuphe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Yesuus biyya Galiila'aatii gara qachaa Naazireetii dhufee harka Yohaannisiitiin laga Yoordaanosiititti cuuphame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san, Yesuus biyya Galiila'aatii gara qachaa Naazireetii dhufee harka Yohaannisiitiin laga Yordaanosiititti cuuphame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo saniin duubatti Yesus magaalaa Naazireetiitii ta kutaa biyya Galiila'aa titti argamttu bayee, laga Yoordaanosii titti harka Yohaannisii titti ni cuuphame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegi san adoo hin turin Yesuus, qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu dhufee, laga Yordaanosiititti harka Yohaannisiititti cuuphame.