Mark 10:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, “Eennulle ka ibidda ifii lakkisee dubartii dhibii fuudhu, ibidda ifii dassee gaarayyeeffata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Nami niiti ufi lakise ta d'ibi fuud'uleeni ya niiti ufiti dabe;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Namii niitii ufii lakkisee ta dhibii fuudhulleen yaa niitii ufiiti cubbame;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, «Eennullee haadha manaa ufii dhiisee ka dubartii biraa fuudhu seebaru'uun yakkeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee deebisee, «Eennullee haadha manaa ufii dhiisee ka dubartii biraa fuudhu, seebaru'uun yakkeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Haadha worraa isaa hiikee dubarttii bira'aa ka fuudhu, haadha worraa isaa irratti sagaagalee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Eennulle ka ibidda ifii lakkisee dubartii dhibii fuudhu, ibidda ifii dassee gaarayyeeffata.