Mark 10:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti gariin akka Yesuus harka ifiitiin qaqqabee eebbisuuf, ijoollee didiqqoo gara isaa fidane. Barattooti ammoo isaan dhekamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti ijoolle isatiini d'ufte, aka inni tuqu, ammo jari isaa biyya d'owe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka innii harka ufii isaan irra kaa'uuf biyyitii ijoollee isaatiin dhufnaan, jarii isaa ammoo biyya dhowwe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gariin akka Yesuus harka ufiitiin qaqqabee eebbisuuf ijoollee didiqqoo gara isaa fidan. Darasoonni ammo isaan teedeffatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni gariin akka Yesuus harka ufiitiin qaqqabee eebbisuuf, ijoollee didiqqoo gara isaa fidan. Darasoonni ammoo isaan teedeffatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akka isaan qaqabuuf daa'imman gara isaa ni fidan, barattoonni isaa garuu namoota daa'imman gara isaa fidanitti, ni baanatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti gariin akka Yesuus harka ifiitiin qaqqabee eebbisuuf, ijoollee didiqqoo gara isaa fidane. Barattooti ammoo isaan dheekkamane.