Mark 10:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugumaan isinitti hima; eennulle mootummaa Waaqaa akka ijoolleen takka fudhattutti ka hin fudhanne, itti hin galu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami aka ijoolle ufi tolche Finna Waaqa imfud'anne diqole inargatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa, waan ani isaniinti himu, namii akka ijoollee ufi tolchee Mootummaa Waaqaa hinfudhannee diqqoollee hinargatu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedha; eennullee ka jeennata Rabbii akka ijoolle'eetitti hin fudhanne horomaa itti hin galu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isiniin jedha; eennullee jeennata Rabbii akka ijoolle'eetitti ka hin fudhanne, horomaa itti hin galu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha, Mootummaa Waaqaa akka daa'immanii ta'ee ka ufitti hin fudhanneen, gonkumaa itti hin aseenu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugumaan isinitti hima; eennulle mootummaa Waaqaa akka ijoolleen takka fudhattutti ka hin fudhanne, itti hin galu» jedhe.