Mark 10:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Fariisaayotaa tokko tokko Yesuus dubbi'iin xaqariisaaf fedhanee, gara isaa dhufanee, “Nami tokko ibidda ifii baasuun seeraa?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni ta gari gara isaa d'iaatte, aka isa ilaalattu waan jetteeni, Aki nami niiti ufi jala baasu fullaa mo fullaaniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Fariisotaa tokko, isa laaluuf gara isaa dhi'aattee, “Akkii namii niitii ufi jalaa baasuu aadaa moo aadaaniti?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni gariin dhufanii dubbii afaan isaatii bayuun isa qabu'uuf jedhanii namni haadha manaa ufii hiikuun seeraa? jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisonni gariin dhufanii dubbii afaan isaatii bayuun isa qabu'uuf jedhanii, namni haadha manaa ufii hiikuun seeraa? jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisoota keessa'llee muraasonni gara isaa ni dhiyaatan, isa qormaatu'uuf'llee barbaadanii, «Naminni haadha worraa isaa akka hiiku seeraan eeyyamameefii jira?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Fariisaayotaa tokko tokko Yesuus dubbi'iin xaqariisaaf fedhanee, gara isaa dhufanee, «Nami tokko ibidda ifii baasuun seeraa?» jedhanee gaafatane.