Mark 10:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi deebisee, “Barsiisa'a! Ani seera kana mara ijoollumma'aanuu jalqabee eegadheera” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Waan kana ch'ufa anini haguma ijoolluma tiyyati guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo deebisee, “Aabboo waan kana cufa ijoollumaa tiyyaa jalaqabee guutee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee deebisee, «Barsiisaa'a! Ani seera kana maraa ijoollummaa kiyya irraa jalqabee eegeera» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichillee deebisee, «Barsiisaa'a! Ani seera kana maraa ijoollummaa kiyya irraa jalqabee eegeera» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi'llee, «Yaa barsiisaa, ajajoota kanniin ammoo ijoollummaa kiyya irraa jalqabee eegee jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi deebisee, «Barsiisa'a! Ani seera kana mara ijoollumma'aanuu jalqabee eegadheera» jedheen.