Mark 10:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus adaala ifii ilaalee barattoota ifiitiin, “Worra dureeyyi'iif mootummaa Waaqaatitti galuun attam rakkisa'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni mirgaa bita millate, waan jara isaatiini jed'e, Akami jabaatti, aka dureeyiini Finna Waaqa argattu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus mirgaa bitaa millatee, jara ufitiini, “Akam jabaatti, akka dureeyyiin Mootummaa Waaqaa argattu!”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus uf irra gara galee darasoota ufiitiin, «Worra dureeyyi'iif jeennata Rabbii galuun attam rakkisa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ufirra garagalee darasoota ufiitiin, «Worra dureeyyi'iif jeennata Rabbii galuun attam rakkisa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee ufi irra garagalee laaleeti barattoota isaatiin, «Dureesotaaf gara Mootummaa Waaqaa titti aseenuun attam rakkisa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus adaala ifii ilaalee barattoota ifiitiin, «Worra dureeyyi'iif mootummaa Waaqaatitti galuun attam rakkisa'a!» jedhe.