Mark 10:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti dubbii tana rifatane. Yesuus ammoo ammalle, “Ijoollee tiyya mootummaa Waaqaatitti galiisi attam attam rakko'o!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa dubbi tana guddo maadefate. Ammo Yesoni waan worraani jed'e, Isii ijoolle, argachaani Finna Waaqa akami jabaatti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jarii isaa dubbii taan guddoo maadefate. Yesus ammoo warraan, “Isii ijoollee, argachaani Mootummaa Waaqaa akam jabaatti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni dubbii inni dubbate haga dhagayan hin maalalfatan. Yesuus ammo ammallee, «Ijoollee tiyya! jeennata Rabbii galuun attam rakko'o!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni dubbii inni dubbate haga dhagayan hin maalalfatan. Yesuus ammoo ammallee, «Ijoollee tiyya jeennata Rabbii galuun attam rakko'o!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee dubbii isaatiin ni maalalffatan, Yesus garuu deebisee akkana isaaniin ni jedhe, «Yaa ijoolle! Gara Mootummaa Waaqaa titti aseenuun attam rakkisa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti dubbii tana rifatane. Yesuus ammoo ammalle, «Ijoollee tiyya mootummaa Waaqaatitti galiisi attam attam rakko'o!