Mark 10:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami dureessi tokko mootummaa Waaqaatitti galisaan irra gaalli qowa limmo'oo keessa hulluuqiisatti kaso'oo” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla dureesi Finna Waaqa argatu gaala qaa lime seenuti ira laafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa dureesi Mootummaa Waaqaa argatuu gaala qaa'a limmee seenuti irra laafa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni dureessi tokko jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaalawa limmo'oo keessa hulluuqu'utu salpha'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni dureessi tokko jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaalawa limmo'oo keessa hulluuqu'utu salpha'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni dureessi gara Mootummaa Waaqaa titti aseenuu irra, gaalli qaawwa marfe'eetiin uduu hulluuqee irra salphaa ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dureessi tokko mootummaa Waaqaatitti galiisaan irra gaalli qowa limmo'oo keessa hulluuqiisatti kaso'oo» isaaniin jedhe.