Mark 10:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti Yesuusii akka malee duubii tana baaseffatanee, “Yoona eennutti fayyuu dande'a ree?” jedhanee wol gagaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guddo mame waan woliini jed'e, Eentu baafamu dandaa re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii guddoo mamee waliin, “Eentu baafamu danda'a ree?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana irratti isaan akka malee maalalanii, «Eeganaa eentu fayyuu danda'a ree?» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana irratti isaan akka malee maalalanii, «Eeganaa eentu fayyuu danda'a ree?» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee haalaan maalalaniiti, «Eegaa haala kanaan eenutu fayyu'uuf danda'aa ree?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti Yesuusii akka malee dubbii tana baaseffatanee, «Yoona eennutti fayyuu dande'a ree?» jedhanee wol gagaafatane.