Mark 10:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gara isaanii ilaalee, “Tun Waaqaaf malee namaaf hin dande'antu; Waaqaaf wonni maraa hin dande'anti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni worra millate waan jed'e, D'uguma namaani intaatu, ammo wonti namaani intaane Waaqaani intaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warra millate, “Dhuguma namaani hintaatu, ammoo wantii namaani hintaane Waaqaani intaati” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus gara isaanii laalee, «Kun Rabbiif malee namaaf hin danda'amu; Rabbiif wonti maruu hin danda'ama» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gara isaanii laalee, «Kun Rabbiif malee namaaf hin danda'amu; Rabbiif wonti maruu hin danda'ama» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee gara isaanii laalee, «Dhugaa wonitti kun nama biratti hin danda'amu, Waaqa biratti garuu ni danda'ama. Waaqaa wonitti marrinuu ni danda'amaaf» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gara isaanii ilaalee, «Tun Waaqaaf malee namaaf hin dande'antu; Waaqaaf wonni maraa hin dande'anti» jedhe.