Mark 10:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jennaan Pheexroos, “Kunoo, nuuti waan maraa lakkinnee si hordonneerra” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petroni waan isaani jed'e, Ilaali, nu waan ch'ufa lakimne si gula yaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros isaan, “Laalii, nu waan cufa lakimnee si gula yaanne” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosillee deebi'ee, «Nu maraa dhiifnee si faana deemneerra» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee deebi'ee, «Nu maraa dhiifnee si faana deemneerra» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee, «Kunoo nu'u waan maraa dhiifinnee, si horddofnnee jirra» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jennaan Pheexroos, «Kunoo, nuuti waan maraa lakkinnee si hordonneerra» jedheen.