Mark 10:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Dhugumaan isinitti hima; eennulle mana yookiin obboleeyyan yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin fichaa anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee ka lakkise,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami ch'ufti ka worra ufi lakise, yokhaani oboleyaanifa, abbafa, haad'afa, ijoollefa, oobrule lakise, maro kiyyafi maro Odu Dansaatiifi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Dhugumaa, waan ani isaanitti himu, namii marroo tiyaafi marroo oduu dansaatii jedhee, warra ufii, yokaan obbooleeyyani, haadhaa abbaafa, ijoolleefa, oobruufaa, lakisee cuftii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo deebisee, «Dhugamaan isiniin jedha; eennullee waan kiyyaa fi waan Dubbii Nagayaatiif mana, obboleeyyan, intallan haadhaa, haadha, abbaa, haadha manaa, ijoolle'ee fi qonna ufii dhiise,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo deebisee, «Dhugamaan isiniin jedha; eennullee waan kiyyaa fi waan Oduu Nagayaatiif mana, obboleeyyan, intallan haadhaa, haadha, abbaa, haadha manaa, ijoolle'ee fi qonna ufii dhiise,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Dhugamaan isiniin jedha, waayee kiyyaa fi waayee wongeelaatiif jedhee, mana isaa yookiin obboleeyyan isaa yookiin obboleettiiwwan isaa yookiin haadha isaa yookiin abbaa isaa yookiin ijoollee isaa yookiin qabiyyee isaa naminni dhiisu, caala'atti ni argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Dhugumaan isinitti hima; eennulle mana yookiin obboleeyyan yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin fichaa anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee ka lakkise,