Mark 10:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
lafuma tanatti manoota, obboleeyyan, obboleettota, haadhotii, ijoolle'ee fi fichoota harka dhibbaan caalaa miidhaa woliin hin fudhata; lafa dhuttulle'etti jiruu bara baraa hin qabaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maro d'ibba toko hagasi ira argata. Inni hojja tana, maneenifa, oboleyaanifa, haad'afa, ijoollefa, oobrule, argata gaargala woliini, ammalle takaa tana jireenna hegerile argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
marroo dhibba tokkoo hagasi irra argata. Innii bara kanaa, maneenifa, obbooleeyanfa, haadhafa, ijoolleefa, oobruule, argata gaargala walini, ammallee takkaa tanaa jireenna barabaraa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafuma tanatti manniin, obboleeyyan, intallan haadhaa, haawwota, ijoolle'ee fi qonna dachaa dhibba hin argata, adunyaa dhuftu keessattillee gara jireenna bara baraa hin gala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
lafuma tanatti manniin, obboleeyyan, intallan haadhaa, haawwota, ijoolle'ee fi qonna dachaa dhibba hin argata, adunyaa dhuftu keessattillee gara jireenna bara baraa hin gala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baruma kanattuu ari'ataman woliin manniin, obboleeyyan, obboleettiiwwan, haadhotii, ijoollee, qabiyyee dachaa dhibbaan ni fudhata, biyya dhufttutti'llee jireenna bara baraa ni argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafuma tanatti manoota, obboleeyyan, obboleettota, haadhotii, ijoolle'ee fi fichoota harka dhibbaan caalaa miidhaa woliin hin fudhata; lafa dhuttulle'etti jiruu bara baraa hin qabaata.