Mark 10:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo worri hedduun amma dura jiranu, worra duubaa hin te'an; worri hedduun amma duuba jiranu worra duraa hin te'an.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami hedduuni ka amma nama qara, hegeri ka eege taha; ammalle ka amma nama eege, hegeri ka qara taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namii hedduun ka amma nama qaraa, hegeri nama eegee ta'a; ka amma ammoo nama eegee, hegeri ka qaraa ta'a” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ka duraa duuba, ka duubaa afoo ta'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ka duraa duuba, ka duubaa afoo ta'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee ka duranaa worri ta'an baayi'eewwan worra duuba irraa ni ta'an, worra duuba irraa ka ta'an'llee worra duranaa ni ta'an.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo worri hedduun amma dura jiranu, worra duubaa hin te'an; worri hedduun amma duuba jiranu worra duraa hin te'an» jedhe.