Mark 10:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmaan Zabdewoosii Yaaqaabii fi Yohaannis gara Yesuusii dhufanee, “Barsiisa'a! Nuuti akka ati nuuf tolchituuf waan barbaannutti jira” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yakobofi Yohanani, ilmaani Zebedayo, isati d'iaatani waan jed'aniini, Aabbo, waan toko nuu tolchi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yaaqobii fi Yoh. aannis, ilmaan Zabdiyos isatti dhihataani, “Abboo waan tokko nu tolchi” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis gara Yesuusii dhufanii, «Barsiisaa'a! waan nu si kadhannu akka nuuf gootu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis gara Yesuusii dhufanii, «Barsiisaa'a! waan nu si kadhannu akka nuuf gootu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoolleen Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis gara Yesusii dhiyaatanii, «Yaa barsiisaa, waan si kadhannu maraa akka nuuf taasfttuuf ni barbaanna» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannis gara Yesuusii dhufanee, «Barsiisa'a! Nuuti akka ati nuuf tolchituuf waan barbaannutti jira» jedhaneen.