Mark 10:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Yennaa barcumaa keeti ka mootummaa ulfinnaa irra teete, tokko midda keetitti, tokko bitaa keetitti akka teennu barbaanna” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan isaani jed'e, Nu lachu mirgaa bita kanke tatau feena, Finna kanke keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warri isaan, “Nu lachuu mirgaa bitaa kankee finna kankee keessa tatahu feena” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deebisanii, «Hennaa teessoo kee ka ulfinnaa irra teette tokko mirga keetiin, tokko bitaa keetiin akka teennu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deebisanii, «Hennaa teessoo kee ka ulfinnaa irra teette, tokko mirga keetiin, tokko bitaa keetiin akka teennu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Ulfinna Mootummaa keetii titti, tokkoo keenna mirga keetiin, tokkoo keenna ammoo bitaa keetiin akka teennuuf, nuuf eeyyami» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Yennaa barcumaa keeti ka mootummaa ulfinnaa irra teette, tokko midda keetitti, tokko bitaa keetitti akka teennu barbaanna» jedhaneen.

Recommended Reading