Mark 10:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Hin dandeenna” jedhaneen. Yesuus, “Isin dhugumaan muduunuu ani itti unutti unuu hin dandeettan, akka ani cuuphamu cuuphamuu hin dandeettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri, Indandeenna jed'eeni. Yesoni waan worraani jed'e, Mudunu anini d'uguuni ind'uddaniini, ammalle batiso anini batifamuuni imbatifamtaniini;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warri, “Indaandenna” jedhani. Yesus, “Buduunuu ani dhuguun dandettani hin dhuddanini battisoo anini battifamee hin battifamtani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Hin dandeenna» jedhaniin. Yesuus, «Isin dhugamaan mijuu ani dhugu hin dhuddan, cuuphaa ani cuuphamu cuuphamuu hin dandeettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan, «Hin dandeenna» jedhaniin. Yesuus, «Isin dhugamaan mijuu ani dhugu hin dhudan, cuuphaa ani cuuphamu cuuphamuu hin dandeettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Ee, ni dandeenna» jedhan. Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Dhugamaanuu duloo ani dhugu ni dhugiddan, cuuphama ani cuuphamu'llee ni cuuphamttan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Hin dandeenna» jedhaneen. Yesuus, «Isin dhugumaan muduunuu ani itti unutti unuu hin dandeettan, akka ani cuuphamu cuuphamuu hin dandeettan.