Mark 10:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Muuseen ‘Nami tokko woraqata lakkeessaa barreessee akka lakkisuuf eeyyameera’ ” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'e, Musani eegi tatabe ufi jala baasiti iti kennani fullaa jed'e jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Muuseen eegii ‘Waraqata ufi jalaa baasiti itti kennani aadaa’ jedhee” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deebisanii, «Muuseen ‹Namni tokko Woraqaa hiikka'aa kenneefii yoo hiike hin ta'a› jedheera» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deebisanii, «Muuseen ‹Namni tokko Woraqaa hiikka'aa kenneefii yoo hiike hin ta'a› jedheera» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Museen ammoo woraqaa raga'aa hiikkamuu isi'ii muldhisu kenneefii, akka hiikuun eeyyamee jira» isaan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Muuseen ‹Nami tokko woraqata lakkeessaa barreessee akka lakkisuuf eeyyameera› » jedhane.