Mark 10:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Middaa fi bitaa kiyyatti filee ka teessisu ammoo anaa moti; addee tana worra qophootteertuuf ka kennu Waaqa” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo aki moga tiyya ta mirgatiifi ta bita tataani tiyyaaniti, ta worra mid'aasaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo akki mogaa tiyya ta mirgaatii fi ta bitaatiin tata'ani tiyyaaniti, ta warra qaraa midhaasaniif” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mirga kiyyaa fi bitaa kiyya ka teessisu anaa miti; huleen kun ka worra qophaayeef kennamu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mirga kiyyaa fi bitaa kiyya ka teessisu anaa miti. Huleen kun ka worra qophaayeef kennamu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu, mirgaa kiyyaa fi bitaa kiyyaan taa'uu ka kennu anaa miti, kun ka kennamu namoota Waaqinni isaaniif, qopheesse qofaaf» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Middaa fi bitaa kiyyatti filee ka teessisu ammoo anaa moti; addee tana worra qophootteertuuf ka kennu Waaqa» isaaniin jedhe.