Mark 10:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo gara ifii isaan waamee, “Mootoleen worra Yihudoota hin te'inii, worra mowanu hunnaan akka mowanu, bulchooti isaaniille baallii guutu'uun akka bulchanu isinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni jara wolti yaame waan jed'eeni, Isani imbeetani, aka nami sila gosa d'ibi mohatu worra dabsu, ammalle jari gugurdaani worraa jabeenna ufi agarsiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus jara walti yaamee, “Isan hinbeettani, akka namii silaa gosa dhibii moohatu warra dabsu, ammallee akka jarii gugurdaani jabeenna ufii warraa agarsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo gara ufii isaan waamee akkana isaaniin jedhe, «Bulchoonni worra Yihuudota hin ta'in bulchan hunnaan akka bulchan, bulchoonni isaaniillee baallii guutu'uun akka bulchan isinuu hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo gara ufii isaan waamee akkana isaaniin jedhe, «Bulchoonni worra Yihuudota hin ta'in bulchan hunnaan akka bulchan, bulchoonni isaaniillee baallii guutu'uun akka bulchan isinuu hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus mara isaaniituu gara isaa waamee akkana isaaniin jedhe, «Itti gaafatamoota ummata Waaqa dhugaa titti hin amannee jedhamanii ka waamamanii fi durssitoonni isaanii'llee isaan irratti aangoo akka qaban ni beekittan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo gara ifii isaan waamee, «Mootoleen worra Yihudoota hin te'inii, worra mowanu hunnaan akka mowanu, bulchooti isaaniille baallii guutu'uun akka bulchanu isinuu hin beettan.